Search this site
Embedded Files
ECMYIS
  • Home
  • Children Service
  • Blog
  • Events
ECMYIS
  • Home
  • Children Service
  • Blog
  • Events
  • More
    • Home
    • Children Service
    • Blog
    • Events

Baga Nagaan Dhuftan! | Welcome! | እንኳን በደህና መጡ፡፡

Waldaa Amantoota Wangeelaa Makane Yesus Iskotlanditti

ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ የሱስ በስኮትላንድ

Waaqeffannaa Sanbataa - online 


Sanbata Guddaa yeroo mara

Every Sunday 

From 6:00pm- (London Time)

Zoom Meeting ID: 798 8987 4688 or  contact us

Under the Cross | Prayer time 

| የጸሎት ጊዜ

Every Thursday | Kamisa Yeroo mara

በየሳምንቱ ሐሙስ 

From 6:00pm - (London Time)

Zoom Meeting ID: 798 8987 4688 

or  contact us

We Grow with God!

Children's Bible story and prayer time - 

Every Tuesday from 6:00-7:00pm, age 5-14 (London time)

To get zoom link, please, contact us

Lallaba Wangeelaa

Selected sermons

Barumsa Hordoffii

Barumsa Bu'uura Kiristaanummaa. Barumsa daandii adeemsa Yesusii wajjinii irratti nama gargaaru dha. Yeroo xumuramu waraqaa ragaa

Bible study

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu

Dubbisa Guyya Guyyaa

Daily Bible verses

Amantii Cimsannaa

Barumsa kana barachuuf galmaa'uu barbaachisa. Bilisa kennama, dhuma irratti xumuramuusaaf waraqaa ragaa

Podcast

Gooftaan dubbii Isaan balbala laphee keenyaa rurrukuta. Haa bannuuf. Ergaawwan gaggabaaboo, dubbisa Wangeelaa, habuuraa...

Walitti Qabama Qaamaa | Face to Face Meetings | በአካል ተሰባስበን እናመልካለን:

Every Sunday | Snabata Yeroo mara | በየሳምንቱ እሁድ   

Time: 3:00-5:00pm

Pace: Summit Church, Springburn, Glasgow



Nuqunnamaa

Yeroo Sagantaa

Dabalataaf | and for more....

Face to Face meetings:

Every Sunday at 3:00-5:00pm,



Evangelical Church Mekane Yesus in Scotland. || Designed by Teklu G || Aug 2023 www.ecmyis.org || Email: Admin@ecmyis.org
Report abuse
Page details
Page updated
Report abuse